Baankin Sinqee W.A Mana jireenyaa fii Mana daldalaa(G+6) gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caal-baasii Siinqee
Lakk BS KTS/031/2018
Baankin Sinqee W.A Qabeenyota armaan gadii bu'uura Aangoo Labsii lakk.97/1990(akka foyya'eettii) tiin Ibsa Tarree qabeenyichaa
|
TL |
Maqaa Liqeeffataa
|
Maqaa Namaa qabeenya qabsilsee
|
Damee Liqeesse |
Teessoo fi ibsa Qabeeya Caalbaasiif dhiyaatee. |
Ka'uumsa Caalbaasii Qarshiidhaan
|
Yeroo Caalbaasiiin itti gaggeeeffamu |
Marsaa Caalbaasii ba'e
|
||||
|
Qabeenya Caalbaasüf dhiyaate |
Magaala/Kutaa Magaalaa/Aanaa/ Gandaa |
Lakk, kaartaa |
Bal'ina Lafaa |
Guyyaa
|
Sa'aatii
|
||||||
|
1 |
Jamaaneh Waldee Boruu
|
Jamaanaah waldee boruu |
Ada'aa Liiban
|
Mana jireenyaa
|
Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuu Ganda 03 |
OR003083305024 |
105.29m2
|
2,494,963
|
6/11/2018 |
4:30-5:30
|
1ffaa
|
|
Ada'aa Liiban |
Mana daldalaa(G+6) |
Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuu Ganda 03 |
BI/2797/05
|
1039 m² |
79,680,446.32 |
6/11/2018 |
8:30-9:30 |
1ffaa |
|||
|
Misgaanaaw geetaahuun Daamxoo |
Ada'aa Liiban
|
Mana jireenyaa
|
Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuu Ganda 03 |
OR003074107002
|
210.08m²
|
4,704,093.02
|
7/11/2018 |
4፡30-5:30 |
1ffaa |
||
Dambiiwwan Caalbaasii:
1) Dorgomaan ykn bakka bu'aan seeraa dorgomaa gatii ka'uumsa Caalbaasichaa 1/4faa Ajaja Baankii /C.P. O/ dhaan mirkanaa'e qofa qabsiisuun galmaa'uun dorgomuu ni danda'a. Dorgomaan Caalbaasiicha mo'ate guyyaa 15 (kudha shan) keessatti gatii qabeenyicha ittiin mo'ate kaffalee xumuruu qaba. Kan hin xumurre yoo ta'e, qarshii qabsiise Baankichaaf galii ta'ee, Caalbaasichi kan haqamu ta'a. Dabalataan garaagarummaa gatii qabeenyichi Caalbaasichaaf irra deebiin ba'uun uumamuuf itti gaafatamaa ta'a.
2) Dorgomaan caalbaasii irratti gatii ol'aanaa dhiyeesse caalbaasichaa mo'aachuu isaa qaama dhimmi ilaaluun erga mirkanaa'een booda xalayaa mo'aataa ta'uu isaa ibsu kennamaaf.
3) Dorgomtoota Caalbaasicha mo'atamaniif Ajaja Baankii /C.P.O'n qabsiisan guyyuma sana deebi'aaf.
4) Caalbaasii irratti argamuu kan danda'u dorgomaa, liqeeffataa fi qabsiisaa qabeenyaa ykn bakka bu'aa seeraa isaanii qofa ta'a.
5) Caalbaasichi kan adeemsifamu Baankii Siinqee damee Ada'aa Liibanitti ta'a.
6) Guyyaa caalbaasichaa sa'a 4:30-5:00 yeroo galmee dorgomtoota, sa'a 5:00-5:30 caalbaasichi yeroo itti geggeeffamu yoo ta'usa'a 5:00 booda galmeen dorgomtootaa hin jiru.
7) Kaffaltii jijjirraa maqaa akkasumas kaffaltii liizii fi kanneen biro bitataan bu'uura seeraatiin akka kaffaluuf murtaa'ee/dirqamu kanneen Taaksii waliin walqabatan bitataan/mo'ataan battala Caalbaasii mo'atee qabee kan kaffalu ta'a.
8) Waldaan Daldalaa Waldicha bakka bu'ee Caalbaasicha irratti dorgomuu barbaade sanada aangoo qaamaa seerummaa qabaachuu isaa agarsiisu (Barreeffama Hundeeffamaa fi ykn Dambii ittiin Bulmaataa) fi aangoo bakka bu'insa seeraa qabatee dhiyaachuu qaba.
9) Baankichi karaa mijaawaa biroo yoo argatee, Caalbaasicha guutummaatti ykn gar-tokkeen haquuf mirgi isaa kan eegamedha.
10) Namni qabeenya Caalbaasiif dhiyaate kana ilaaluu barbaadu, Dameelee liqeessaa beellama qabsiifachuun ilaaluu ni danda'a.
11) Dorgomaan moo'ataa caalbaasiti kan jedhamu moo'ataa ta'uu isaa kan ibsu barreeffamaan yeroo xalayaan harka isa gahu qofadha
12) Mo'ataa Caalbaasichaaf baankichi poolisii liqaa,qajeelfamaa fi haal duree jiruu yoo guute liqaa hanga 50% tti mijeessuufi danda'a.
13) Odeeffannoo dabalataaf: Lakkoofsa bilbilaa Baankii Siinqee Kutaa Tajaajila Seeraa (011-557-6016), Damee Ada'aa Liiban (0114370981) ta'e irratti bilbiluun gaafachuun ni danda'a.
Baankiin Siinqee W.A
Tender details
- Deadline: 2026-07-14
- Bid closing time: 15:30
- Bid closing (note): guyyaa fii sa,aatti isaa gargaraa
- Bid opening: 2026-07-14 15:30
- Bid opening (note): guyyaa fii sa,aatti isaa gargaraa
- Region: Oromia
- Publishing entity: Siinqee Bank Share Company
- Buyer address: Joseph Tito Street, Kazanchis, adjacent to Nega City Mall, Oda Tower
- Bid bond: 25%
- Published: Jun 11, 2026
- Posted at: 2026-06-12T11:26:37.000Z
- Buyer website: https://siinqeebank.com/
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.