Waajjirri Galiiwwan Aanaa Waacaalee Beelladoota gaurguruu barbadaa.
Description
Caalbaasii
Waajjirri Galiiwwan Aanaa Waacaalee Kafalaan taaksii Dhaabbata Misooma Annan Salaalee Taaksii qarshii 3,270,000/Miliyoona Sadii fi kumaa dhibba lamaa fi torbaatama/ kan irraa barbadamu osoo hin kaffaliin waan hafaniif teessoo isaanii Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Waacaalee Magaalaa Mukaxurri Ganda Horsiis Lakk. Mana kan ta'ee qabeenyaa abbaa idaa taaksii akkaataa labsii bulchiinsa taaksii Biiroo Galiwwaan Oromiyaa Lakk.203/2009 keewwata 43n Qajeelafama qabeenya Abbaa idaa Taaksii qabuu lakka 18/2012 tiin aangoo kennameen caal- baasiin gaurguruu barbadaa.
1. Gatiin ka'umsaa caal-baasii Beeylada Aannani tilmamaa qarshii akkataa Waajjiraa Qonnaa fi,lafaa fi Waj/Daldalaa fi carraa hojii umuu Aanaa Wacaalee tilmammen tarree lakkaofsaa 1-18(Beelladoota Kudha Saddeet) waliigalaa Qr.3,602,000(Miliyoona Sadii fi kuma dhibba Jahaa fi kuma lama) tti tilmaamamee dha.
2. Haala Caalbaasichaaf raga dabalataa Gaazexaa Kallachaa Oromiyaa irraa..
3. Dorgomtootni gatii ka'umsa caal-baasiichaa keessaa (%10) maallaqa CPO n dursanii qabasisuu qabu
4. Dorgomtootni gatii beeladaa ittin bituu barbadaan ifatti lakkoofsaan fi qubeedhaan barreessanii poostaatti saamsuun teessoo waj/Galiwwaan Aanaa Wacaalee guyyaa 22/10/2018 irra hanga 08/11/2018 Sa'aati11:00tti wajjiraa Lakk. 3tt isaanduqa caal-baasiif qophaa'etti galchuu qabu
5. Caal-baasii gaafa guyyaa 08/11/2018 guyyaa keessaa Sa'aatii 11:15 tti cufamee guyyaa 09/11/2018 sa'aatii 3:30 tti dorgomtootni ykn bakka bu'ooti seeraan bakka bu'anii fi abbaan qabeenyaas bakka argamantiti galma walgahii Waj/Galiwwaanitti ifaan banama.
6. Caalbaasichaa abbaan mo'aate qarshii inni dursee kaffalee ykn CPOn qabsiise itti herregameefi gatii ittiin Moo'ate guyyaa mo'achuun isaa ibsamee Sanatti kanfalee xumuruudhaan qabeenyicha fudhachuu qaba.
7. Dorgomtootni gatii beeladaa ittin mo'aatee guyyaa sana keessatti kaffalee fixuu yoo bate qarshii wabiidhaaf qabsise waajjirichaaf gali ta'ee caal-baasichi ni haqama.
8. Wajjirichi caal-baasii kanaaf haala mijataa yoo argaate gar- tokkeenis ta'ee guutumman guutuutti caalbaasicha haquu nidanda'a.
Hubachiisa Gatin ka'uumsaa caal-baasii belaadootaa Lakk tarree 1 hanga 18 jirani xalayaa caal-baasii kana walin kan maxxanfame ta'uu ibsaa odeeffannoo dabalataaf Bilbila Lakk. 0111340744
Waajjira Galiiwwan Aanaa Waacaalee
Tender details
- Deadline: 2026-07-15
- Bid closing time: 17:30
- Bid closing (note): 8/11/2018 sa,aatti 11:15tti
- Bid opening: 2026-07-16 09:30
- Bid opening (note): 9/11/2018 sa,aatti 3:30tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajjira Galiiwwan Aanaa Waacaalee
- Bid bond: 10%
- Published: Jun 18, 2026
- Posted at: 2026-06-19T10:13:25.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.