Waldaan Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa Mana Jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa Caal-baasii Waldaan Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa

Waldaan Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa bu'uura aangoo Labsii Lakk.97/90,216/92 fi 1147/2011tiin kennameefiin qabeenyi haalootni isaa armaan gaditti jiruun caalbaasii ifaan gurguruu barbaada

T/L

Maqaa Liqeeffataa

 

Maqaa Wabii

 

Damee

 

Ibsa Addaa Qabeeya Wabummaan qabsiifamee

Ka'umsa gatii Caalbaasii

 

Guyyaa fi sa'aa Caalbaasichaa

Marsaa Caalbaasii

 

Teessoo

 

Lakk.Kaartaa

 

Bal'ina Lafaa

Gosa Tajaajila Manichaa

1

Abdiisaa Joobir

 

Tigist Biqilaa

 

Caancoo

 

Magaalaa Caancoo Ganda 01

ጫ/2516/2000-WLE/08/2003

 

200m²

 

Mana Jireenyaa

 

1,500,000(Miliyoona Tokkoo fi Kuma Dhibba Shan)

 

21/11/2018 Ganama sa'aa 5:00-6:00

Caalbaasii 1ffaa

 

2

Fallaqach Amaaree

Tolosaa Guutamaa

Hoolataa

 

Mag/Gafarsa Gujee A/ Kolooboo

Bmk/2435/2014

 

140m²

 

Mana Jireenyaa

 

1,807,721.60

 

22/11/2018

 

Caalbaasii 2faa

Danbiiwwan Caalbaasii:

1. Dorgomaan caalbaasii ykn bakka bu'aan seeraa gatii ka'umsa caalbaasichaa 1/4ffaa isaa CPO kaffaltiin isaa baankiin mirkanaa'e qabatee dhiyaachuun dorgomuu danda'a.

2. Caalbaasichi kan geggeeffamu mooraa qabeenyichi keessatti argamu kan Toora Lakkoosa 1 ffaa jalatti ibsame Magaalaa Caancoo Ganda 01 fi kan Toora lakkoofsa 2ffaa jalatti ibsame Magaalaa Gafarsa Gujee Aanaa Kooloboo keessattiidha.

3. Qabeenya caalbaasiif dhiyaate dorgomaan mo'ate VAT %15 (parsantii kudha shan) gatii ittiin qabeenyicha bite irratti dabaluudhaan ni kaffala.

4. Qabeenya caalbaasiif dhiyaatee daawwachuu ykn ilaaluu qaamni barbaadu Guyyaa beeksifni caalbaasii kun gaazeexatti bahe irraa kaasee sa'aa fi Guyyaa hojiitti bakka qabeenyichi itti argamutti deemee daawwachuu ni danda'a.

5. Mo'ataan caalbaasichaa haftee gatii qarshii ittiin mo'ate Guyyaa 15 keessatti duguugee kaffaluu qaba,kan hinkaffalle yoo ta'e garuu qarshiin kabachiisa caalbaasiif kaffale hindeebi'uuf.

6. Dhaabbatichi caalbaasicha guutummaatti ykn gartokkeen haquuf mirgi inni qabu eegamaadha.

Odeeffannoo dabalataatiif Toora Lakkoofsa 1ffaa jalatti ibsame 09 10 11 81 51 irratti bilbiluun ykn Waldaa Aksiyoona Qusannoo fi Liqaa Damee Caancoo fi kan T/Lakkoofsa 2ffaa jalatti ibsame ibsame 011 261 0217 ykn 09 11 03 79 97 irratti bilbiluun ykn Waldaa Aksiyoona Qusannoo fi Liqaa Damee Caancoo fi Hoolataa duraa fi duubaan qaamaan deemuun odeeffannoo gahaa argachuun ni danda'ama.

Waldaan Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa


Tender details

  • Deadline: 2026-07-29
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid closing (note): guyyaa fii sa,aatti iisaa gargaraa
  • Bid opening: 2026-07-29 12:00
  • Bid opening (note): guyyaa fii sa,aatti iisaa gargaraa
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waldaan Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa
  • Bid bond: 25%
  • Published: Jun 25, 2026
  • Posted at: 2026-06-26T09:22:46.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders