Property and building foreclosure

Baankiin sikeet Mana jireeyaa gurguruu barbaadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii

Baankiin Sikeet yeroo liqii kennu wabummaan kan qabe, manneen armaan gadiitti tarreeffaman akkuma jiranitti aangoofi taayitaa Labsii Lak. 97/1990 fi Labsii Fooyya'aa Lak. 216/1992n kennameef irratti hundaa'uudhaan caalbaasii ifaatiin dorgomsiisee gurguruu barbaada.

T.L

 

Maqaa Liqeeffataa

 

 

Maqaa Waabiisi

(Wabiixataa)

 

Akaakuu

Manaa

 

Damee

Liqiin Itti

Kenname

 

Teessoo Qabeenyichi Argamuu Bal'ina Lafaa

 

Gatil Ka'umsaa

(ETB)

 

Bakka Caalbasslin Itti

Geggeeffamu

 

Qoranoo  yaadaa

Magaalaa/

K.Magalaa

 

K.Magalaa/

Ganda

 

Lakk. Kaartaa

Manaa

 

Bal'ina

Lafaa  (M2)

 

Guyyaa

 

Sa'aatii

 

1

Itichaa Mergaa

 

Amaaruu Esheetual

 

Mana Jireenyaa

 

Alamganaa

Awash Melka

 

Awash Melka

 

 

BMA/0031/09

 

200

 

362,208

 

06/11/2018

 

4:00

 

Irra-deebidhaan

 

2

Nabiil Muntahaa fi Hiriyoota isaanii W.H.G

 

Madiinaa Mahaammad

 

Mana Jireenyaa

 

Ayarxeenaa

 

Sheger

 

furii

L/S/27024/2002

 

140

4,345,075

06/11/2018

 

4:30

 

Irra-deebidhaan

 

3

Gannat Aster fi Hiriyoota

isaanii W.H.G

 

Warquu Hawaas

 

Mana Jireenyaa

 

Bishooftuu

 

Bishooftuu

 

chalalaqaa

161

420

407,045

06/11/2018

 

5:00

 

Irra-deebidhaan

 

4

Gabisaa Kaawoo

 

Awaasuu Kaawoo

 

Mana Jireenyaa

 

Alamganaa

sheger

furii

ሰ/ኮ/0867/05

 

50.98

2,012,690

07/11/2018

 

4:30

 

Irra-deebidhaan

 

5

Mahaammad Shawaa

 

Ofuma Isaaniitiin

 

Mana Jireenyaa

 

Be/Mikaa'eel

 

Sheger

 

Furii

 

ሰ/ኮ/0164/05

49.51

 

1,585,557

07/11/2018

 

6:00

 

Irra-deebidhaan

 

6

Rattaa Kaffanii

 

Ofuma Isaaniitiin

 

Mana Jireenyaa

 

Sandaafaa

 

Sandaafaa

Bakee

 

01

155/142/2012

 

140

 

207,323

08/11/2018

 

5:00

 

Irra-deebidhaan

 

7

Fiqaaduu Toleeraa

 

Sable Amaree

 

Mana Jireenyaa

 

Bishooftuu

 

Moojoo

 

Qarsaa

 

OR021024005014

199.12

4,433,669

09/11/2018

 

 

6:00

 

Yaroo jalqabaatiif

HUBACHIISA

1. Dorgomaan kamiyyuu ykn bakka bu'aan seeraa isaa gatii ka'umsa caalbaasii manichaa keessaa harka dhibba keessaa dhibba keessaa afur (1/4) Ajaja Kaffaltii Baankii (CPO) ykn qarshii callaadhaan qabsiisee dorgomuu ni danda'a.

2. Mo'ataan caalbaasichaa qarshii hafe guyyaa mo'achuusaa gabatee beeksisarratti maxxanfamee jalqabee guyyoota 15(kudha shan) keessatti guutummaatti kaffaluu kan qabu yoo ta'u, yoo kaffaluu baate qarshii caalbaasii jalqabaaf qabsiise deebii hin argatu.

3. Manneen lakkoofsa tartiiba 1, 2 fi 3 jalatti argamaniif caalbaasiin kan geggeeffamu Waajjira Muummee Baankichaa (phiyaasaa, Daandii Charchil) foddaa 7ffaa irratti ta'a. Manneen jireenyaa lakkoofsa tartiiba 4, 5, 6 fi 7 jalatti argamaniif immoo caalbaasichi teessoo manneen jireenyaa sunniin argaman irratti (iddoo qabeenyichaa irratti) kan geggeeffamu ta'a.

4. Galmeen sa'aatii caalbaasiin sun banamu dura daqiiqaa 30 (sodoma) dursa itti jalqabama..

5. Baankichi qabeenyichi maqaa bitatatiin akka jijjiiramuuf qaama mootummaa ilaallatutti xalayaa ni barreessa.

6. Dorgomtoonni manicha arguun barbaadan guyyaa caalbaasiin geggeeffamuu dura guyyoota 5 (shaan) dura Waajjira Muummee Baankichaa Kutaa Seeraatti galmeeffamuun sagantaa baankichi mijeessurratti hundaa'uun manneen daawwachuun ni danda'ama; dabalataan Waajjira Damee liqiin itti kennametti guyyoota hojiitti deemuun sagantaa dameen sun kennurratti hundaa'uun daawwachuun ni danda'ama.

7. Maqaa jijjiirraa, kaffaltii liizii fi kaffaltiiwwan biraa kan hafan, akkasumas taaksiifi-gibira seeraan bitatichi akka kaffalu murtaa'e kamiyyuu bitataa/mo'ataa caalbaasichaatiin kaffalama.

8. Dorgomaan caalbaasicharratti gatii caalu dhiyeesse mo'achuusaa xalayaan ibsu Tajaajila Seeraa Baankichaa kan caalbaasicha geggeesserraa yoo qaqqabe qofa mo'ataa ta'a

9. Guyyaa caalbaasiitti abbaan qabeenyaa ykn bakka bu'aan isaa seeraa argamee caalbaasicha hordofuu ni danda'u, argamuu baatanis caalbaasiin kun ni geggeeffama.

10. Baankichi caalbaasicha guutummaatti ykn gartodhaan haqurratti mirgi isaa kan eegamedha. Odeeffannoo dabalataatiif lakk. bilbilaa 8342 ykn 011-1-279028 bilbiluun ykn Waajjira Muummee Baankichaa Tajaajila Seeraatti dhuunfaan dhiyaatanii gaafachuun ni danda'ama.

Baankii Sikeet W.A


Tender details

  • Deadline: 2026-08-15
  • Bid closing time: 00:00
  • Bid closing (note): guyyaa fii sa,aatii isaa garagaraa
  • Bid opening: 2026-08-15 00:00
  • Bid opening (note): guyyaa fii sa,aatii isaa garagaraa
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Siket Bank S.C.
  • Bid bond: 25%
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Jul 23, 2026)
  • Posted at: 2026-07-27T08:36:25.000Z
← Back to all tenders