Steel Raw Materials and Products

Dhaabbatni Tajaajila Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaa Magaalaa Haroo Sabbuu Meeshaalee asii gadii caalbaasii dorgommii ifaan dorgomsiisee gurguruu barbaada

Description

Beeksisa Caalbaasii Gurgurtaa Meeshaa

Dhaabbatni Tajaajila Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaa Magaalaa Haroo Sabbuu Meeshaalee asii gadii caalbaasii dorgommii ifaan dorgomsiisee gurguruu barbaada:

  1. Meeshaalee gurgurtaaf dhiyaatanii
  • Kuusaa Bishaanii sibiilaa( Galvanized steel reservoir):
  • Abbaa meetira kuubik 26.5(M³) baayyinni isaa tokko(1)
  • Abbaa Meetira Kuubik 20.5(M³) baayyinni isaa tokko(1)
  • Haala Meeshichaa: Meeshaaleen kun kan Tajaajilaa turanii fi Abbaa geejii (guage) 12 irraa kan hojjetamee fi kan tajaajilaa turee fi ammas tajaajila kennuu kan danda'uudha.

2. Ulaagaa dorgomtoota irraa eegamu

  • Dorgomtootni hayyama daldalaa fi kaffalaa gibiraa VAT(TIN) Dhiyeeffachuu kan danda'u
  • Heyyama bara 2018 kan haarefate
  • Dorgomtootni gatii walii gala dhiyyeessan keessaa 10% kabachiisa caalbaasii (CPO) CBE dhiyeessuu kan danda'u.

3. Haala Galmee fi Gurgurtaa Sanadaa

  • Iddoo Galmee : Dhaabbata Tajaajila bishaan dhugaatii fi Dhangala'aa Magaalaa Haroo Sabbuu. Biiroo kutaa Lakk.1
  • Gatii Sanadaa: Gatiin Sanada Caalbaasii qarshii500(dhibba Shan) kan hin deebine
  • Sa'atii Hojii :Sanadni kan gurguramuu fi galmeen kan geggeeffamu sa'atii hojii mootummaatti:
    • Ganama: Sa'atii 2:30 hanga 6:30
    • Waaree Booda: Sa'aatii 7:30 hanga 11:30
  • Yeroo Turmaataa: Beeksisni kun Gaazexaa Kallacha Oromiyaa irratti maxxanfamee erga ba'ee eegalee, guyyoota hojii walitti aanan 20 (didgama) qofaa tura (Gaafa guyyaa 29/12/2018 hanga 13/1/2019

4. Haala Cufiinsaa fi Saaqama Caalbaasii

  • Yeroo Cufamaa: Caalbaasiin kun gaafa 14/1/2019 waaree booda sa'aatii 11:30 irratti ni cufama.
  • Yeroo Saaqama: Caalbaasiin kun gaafa 15/1/2019 sa'atii 3:00 waaree booda dorgomtootni ykn bakka bu'oonni seeraa isaanii bakka argamanitti ni banama.

5. Teessoo fi Quunnamtii Iddoo: Magaalaa Haroo Sabbuu Bilbila: 09 27 45 23 32 Dhaabbatichi carraa biro yoo argate caalbaasii kana walakkaan ykn guutummaa isaa haquuf mirga Guutuu qaba.

Dhaabbatni Tajaajila Bishaan dhugaatii fi Dhangalaa Magaalaa Haroo Sabbuu


Tender details

  • Deadline: 2026-09-24
  • Bid closing time: 17:30
  • Bid opening: 2026-09-25 09:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Dhaabbatni Tajaajila Bishaan dhugaatii fi Dhangalaa Magaalaa Haroo Sabbuu
  • Bid bond: 10%
  • Bid document price: Qarshii 500.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 10, 2026)
  • Posted at: 2026-09-18T09:12:12.000Z
  • Source: 2merkato
← Back to all tenders