Other Sales

Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Dhaabbatni Bosonaafi Bineensa Bosonaa Oromiyaa Waajjirri Damee Harargee Bosonaa Bargamoo dhaabbii Distriiktii Dindin, Jallo Muktar Hadas, Jaarso Gursuumfi waldorgomsiisee Gaara Mullataatti argamu caalbaasii ifa taheen gurguru

Description

Caalbaasii Bosona Bargamoo dhaabbii Yaroo Lammaffaatiif bahe
Lakkoofsa Caalbaasii: OFWEDH/GU-02/2019

Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Dhaabbatni Bosonaafi Bineensa Bosonaa Oromiyaa Waajjirri Damee Harargee Bosonaa Bargamoo dhaabbii Distriiktii Dindin, Jallo Muktar Hadas, Jaarso Gursuumfi waldorgomsiisee Gaara Mullataatti argamu caalbaasii ifa taheen gurguruu barbaada.

Kanaafuu:

1. Dhaabbiileeniifi Daldaltoonni dhunfaa Hayyama Gudeelchaafi mukaa ykn muka dhoosaniifi wal-fakkaatan eeyyama Haaroomfameefi seera qabeessa tahefi Lakkofsa TIN number kan qabaniifi galmaawaa VATI kan tahan, Sanada caalbaasii haala caalbaasichaa ibsu qarshii hindeebine 200 (Dhibba Lama) kanfaluudhaan Waajjira Bishaanii Godina Harargee Magaala Ciroo Lixaa keessatti kan argamu Waajjira Dhaabbata Bosonaafi Bineensa Bosonaa Oromiyaa Damee Harargec lakk. 2 irraa bitachuudhaan caalbaasichatti hirmaachuu ni danda'u.

2. Caalbaasichi beeksisni kuni Guyyaa Gaazexaa Addiis Zaman irratti maxxanfamee bahee irraa eegalee guyyoota walitti aanan 15 (Kudha Shaniif) qilleensa irra turee Gaafa guyyaa 14/2/2019 akka lakkoofsa sa'aatii Itoophiyaatti sa'aa 4:00tti cufamee 4:30tti banama.

3. Dorgomtoonni caalbaasii kana irratti hirmaatan Kabachiisa wabii caalbaasiichaatiif (bid bond)iif ta'u gatii waliigalaa dhyeessan irraa dhibbentaa Shan (% 5) herreguudhaan Baankoota magaalaa Ciroo keessatti argamanitti nagahii Baankiidhaan mirkanaawe (CPO) qabsiisuu irraa eegama.

4. Dhaabbatichi filannoo biraa yoo argate caalbaasicha guutumaan guutuutti ykn gar tokkeen haquuf mirgi isaa eegamaadha.

Odeeffannoo dabalataaf:-Lakk. Bilbilaa 09 20 91 13 14/ 09 13 55 14 05 bilbiluun gaafachuun ni danda'ama.

Dhaabbata Bosonaa fi Bineensa Bosonaa Oromiyaa Damee Harargee


Tender details

  • Deadline: 2026-10-24
  • Bid closing time: 10:00
  • Bid opening: 2026-10-24 10:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Dhaabbata Bosonaa fi Bineensa Bosonaa Oromiyaa Damee Harargee
  • Bid bond: 5%
  • Bid document price: Qarshii 200.00
  • Published on: Addis Zemen (Oct 09, 2026)
  • Posted at: 2026-10-09T07:54:01.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders