House Furniture
Beeksisa Caalbaasii
Description
Beeksisa Caalbaasii
R/Himataan Inspeektar Geetuu Asaffaa fi R/himatamaa Yeroosan Labataa gidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee qa- beenya mana keessaa raawwiin himataan qabuufi dhoorka- mee jirulffaa, soofaa ammayyaa tokko abbaa teessoo 4 gatii ka'umsaa caalbaasii qarshii 80,000tiin 2ffaa, maashinii uffata miicu tokko gatii ka'umsaa caalbaasii 65,000 3ffaa, Televizy- inii tokko abbaa inchii 32 gatii ka'uumsaa caalbaasii 16000n gaafa 13/02/2019 sa'aatii 3:00 - 6:00tti caalbaasii ifa ta'een waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu bar- baaddan gatii ka'umsaa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuun bakka meeshaaleen kun argamu, Waajjira Bulchiinsaa Aanaa Eeg- duutti argamuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaggar
Tender details
- Deadline: 2026-10-23
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-10-23 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaggar
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Oct 15, 2026)
- Posted at: 2026-10-16T08:31:25.000Z