Other Metals
Waajjirri Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Amboo sibiilota caccabaa konkolaataa (scrap) ta'an yeroo ammaa waajjiraa Poolisii Bulchiinsa Magaalaa Amboo keessatti walitti qabam- anii jiran tilmaamaan Kg. 7000 (kuma torba) ta'u caalbaasi- idhaan dorgomsiisee gu
Description
Beeksisa caalbaasii gurgurtaa sibiilo- ta caccabaa
Waajjirri Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Amboo sibiilota caccabaa konkolaataa (scrap) ta'an yeroo ammaa waajjiraa Poolisii Bulchiinsa Magaalaa Amboo keessatti walitti qabam- anii jiran tilmaamaan Kg. 7000 (kuma torba) ta'u caalbaasi- idhaan dorgomsiisee gurguruu waan barbaaduuf namoonni ykn dhaabbileen ulaagaa armaan gadii guuttan dorgomuu ni dan- deessu.
Ulaagaa dorgommichaa:
1. Hayyama daldalaa kan bara 2018 kan haarome fi TIN dhiyeeffachuu kan danda'u
2. Kabachiisa caalbaasii kan deebi'u qarshii 8,000 ( kuma saddeti) qabsiisuu kan danda'u
3. Caalbaasichi gaafa 05/02/2019 irraa eegalee guyyaa hojii 10 (kudhan)f qilleensarra turee gaafa guyyaa 19/02/2019 sa'aa booda sa'aatii 8:00tti cufamee guyyuma kana 8:30tti mooraa waajjira poolisii Bu/M/Amboo bakka dorgomtoonnii fi sirna baninsa caalbaasichaa irrat- ti qaamni hirmaachuu barbaadu argamanitti ni banama.
4. Sibiilota caccabaa konkolaataa (scrap) kana qaamni ilaaluu barbaadu yoo jiraate guyyaa hojii yeroo hundu- maa qaamaan argamuun ilaaluun ni danda'ama.
5. Waajjirri keenya filannoo fooyya'aa yoo argate caalbaa- sicha guutummaan ykn gartokkeen haquuf mirga guutuu ni qaba.
6. Sanada caalbaasichaa kan hin deebine qarshii 100 (dhibba tokko) Teleebirriidhaan short code 518219 fi Operator ID 182149 irratti kaffaluudhaan guyyaa hojii yeroo hundumaa hanga guyyaa xumuraatti Waajjirra Maallaqaa Bul. Magaala Amboo darbii 3ffaa lakkoofsa biiroo 02 dhufuudhaan bitachuun ni danda'ama.
Waajjirri Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Amboo
Tender details
- Deadline: 2026-10-29
- Bid closing time: 14:00
- Bid opening: 2026-10-29 14:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajjirri Maallaqaa Aanaa Amboo
- Bid bond: Qarshii 8000.00
- Bid document price: Qarshii 100.00
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Oct 15, 2026)
- Posted at: 2026-10-16T08:06:07.000Z