Oromo
54 tenders
-
Wajjiraa Mallaqaa Bul/ M/ Naqamtee haftee foonii gosa adda addaa bakka qeeraa jedhamutti argamuu fi qabeenyaa Mana Qopheessaa Bul/M/Naqamtee kan ta'e caal-baasii ifaan dorgomsiisee gurguruu waan barbaaduuf dorgomtootni ulaagaa armaan gadii guuttan dorgomu
Deadline 2026-11-11 · Waajjira Maallaqa Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee · Oromia
Other Sales — -
Godina Baha Oromiyaatti Waajjirri Karooraa fi Mallaaqaa Aanaa Ancaar Ijaarsa Gamoo waajjira Bulchiinsaa Aanaa Ancaar marsaa tokkoffaa (Phase one) magaalaa Calalaqaa keessatti baajata Idilee bara 2019tiin beeksisa caalbaasii ifaa biyyoolessaatiin kontiraak
Deadline 2026-11-20 · Godina Baha Oromiyaatti Waajjirri Karooraa fi Mallaaqaa Aanaa Ancaar · Oromia
Building Construction — -
Waajjira Daandiiwwaanii fi Loojistiksii Aanaa Guduruu Kiraa Maashinii Suphaa Sarara Daandii Shungee-Qob-boo-Looyyaa (18km) fi Mana JabanaaLooyyaa (4.6km) Waajjirri Daandiiwwaanii fi Loojistiksii Aanaa Guduruu bara baajataa 2019 keessa Suphaa Sarara Daandi
Deadline 2026-11-20 · Waajjira Daandiiwwaanii fi Loojistiksii Aanaa Guduruu · Oromia
Construction Machinery — -
Sirreeffama Beeksisa Caalbaasii
Deadline 2026-11-13 · Waajjira Maallaqaa Aanaa Kurfaa Callee · Oromia
Finishig Works — -
Godina Baha Oromiyaatti Waajjirri Karooraa fi Mallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Dadar Meeshaalee Teekknooloojii fi Farnichara Giddu-gala Tajaajila Wirtuu Tokkoffaa MESOB'f Barbaachisu Caalbaasii Ifaan Dorgomsiisee Bituu Barbaada.
Deadline 2026-11-13 · Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Dadar · Oromia
Equipment and Accessories — -
Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Kibba Liixaa Oromiyaatti Waajjira Kantiiba Magaalaa Limmuu Gannat Soolaarii Bishaan oomishuu (Humna Bishaan Lafa Keessa Haarkiisuuf Oolu) Caalbaasii ifaatiin dorgoomsiissee ijaarsisuu barbaada
Deadline 2026-11-11 · Godina Jimmaatti W/ra Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Limmuu Gannat · Oromia
Water Construction — -
Bulchiinsa Giddu Galeessa Oromiyaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Ada'aa Waajjira Fayyaa Aanaa Ada'aatiif Ijaarsa Hojii piroojektii Keellaa fayyaa waligalaa ganda Qaaxillaa Kees- satti hojjachiisuu barbaada.
Deadline 2026-11-18 · Waajjira Maallaaqaa Aanaa Ada’aa · Oromia
Building Construction — -
BEEKSISA CAALBAASII KIRAII MAASHINOOTAA FI KONKOOLAATOTAA HOJII IJAARSA FI SUPHAA DAANDIIDHAAPHI OOLAN
Deadline 2026-11-11 · Godina Jimmaatti W/ra Maallaqaa Magaalaa Guddattuu Limmuu Gannat · Oromia
Machinery and Equipment — -
Waldaan Aksiyoona Horsiisa Lukkuu Mojoo (Modjo Poultry Farm S.C) fedhii hojii oomishaa fi nyaata lukkuu itti fufiinsaan guutuuf, boqqolloo qulqullina barbaadamu guutu kuntaala 10,000 (kuma kudhan) caalbaasii banaa fi dorgommii ifa ta'een bitachuu barbaada
Deadline 2026-11-11 · Modjo Poultry Farm Share Company · Addis Ababa
Major contract Products and Services — -
Manni Murtii Ol'aanaa Magaalaa Maayaa bara baajaata 2019 keessatti caalbaasii ifaa baasee Meeshaalee Dhaabbataa, Dhumataa fi qulqullinaa biiroo bituu barbaada
Deadline 2026-11-03 · Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Maayaa · Oromia
Equipment and Accessories — -
Waajjirri Maallaqaa Aanaa Kurfaa Callee Ijaarsa Pirojektii G+1 Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Kurfaa Calleetiif dorgomtoota ga'umsaa fi Dandeettii qaban kan Sadarkaan isaanii Gc/Bc 4 fi sanaa ol tahe Caalbaasii Ifaan dorgomsiisee ijaarsisuu barbaada
Deadline 2026-11-13 · Waajjira Maallaqaa Aanaa Kurfaa Callee · Oromia
Building Construction — -
Godina Lixa Oromiyaatti Waajjirri Barnootaa Aanaa Jaard- agaa Jaartee Xumursiisa (Finishing Work) Ijaarsa Gamoo (G+2) Waajjira Barnootaa hojjechiisuuf Caalbaasii Ifaa baasee Dhaabbilee heyyama hojii ijaarsa GC-5/BC-4 fi isaa ol qaban dorgomsiisee hojjechi
Deadline 2026-11-12 · Waajjirri Barnootaa Aanaa Jaardagaa Jaartee · Oromia
Building Construction — -
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaggar mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Deadline 2026-11-23 · Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaggar · Oromia
House and Building Sale — -
Beeksiisa Caal-Baasii Gurgurtaa Qabeenya Abbaa Idaa Taaksii Obbo Daggifee Muuraj (TIN: 0002660846) – Waajjira Galiiwwanii Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuu
Deadline 2026-11-21 · Wajji- raa Galii Bulchinsaa Magaalaa Bishooftuu · Oromia
House and Building Sale — -
Beeksiisa Caal-Baasii Gurgurtaa Qabeenya Abbaa Idaa Taaksii Obbo Malaakuu Adimaasuu Muuraj (TIN: 0022753202) – Waajjira Galiiwwanii Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuu
Deadline 2026-11-21 · Wajji- raa Galii Bulchinsaa Magaalaa Bishooftuu · Oromia
House and Building Foreclosure — -
Godina Shawaa Lixatii, Aanaa Calliyaatti Waajjira Bulchiin- saa A/Caalliyaa Ijaarsa Pirojektii kenna Tajaajila kenninsa Id- doo Tokkoo (Masoobii) Gammoo abba saddii duran ijaaramee jiru keessatti dorgomtoota ulaagaa guutan wal-Dorgomsiisee hojjachiisuu ba
Deadline 2026-11-09 · Waajiraa Bulchiinsaa A/Calliyaa · Oromia
Building Construction — -
Beeksiisa Caalbaasii Bittaa Meeshaalee Adda Addaa (Meeshaalee Barreeffamaa, Uffata Dambii, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Elektirooniksii fi Meeshaalee Dhaabbii Biiroo/Farniicharii) – Mana Murtii Ol'aanaa Godinaa Giddu Gala Oromiyaatti / Mana Murtii A
Deadline 2026-11-07 · Mana Murtii Aanaa Muloo · Oromia
Stationery — -
Godina Shawaa Lixaatii, Aanaa Ilfataatti Waajjira Bulchiinsaa A/Ilfataa,ljaarsa Pirojektii kenna Tajaajila kenninsa Iddoo Tok- koo(Masoobii) Gammoo abba darbii Lama duran ijaaramee jiru keessatti dorgomtoota ulaagaa gutaan wal- Dorgomsiisee hojja-chiisuu
Deadline 2026-11-16 · Waajjiraa Bulchinsaa A/Ilfataa · Oromia
Building Construction — -
Bulchiinsa Giddu gala oromiyaatti Waajjiiri mallaqaa bulchiinsa magaalaa Matahaaraa ljaarsa piroojektii waajjirra barnoota bulchiinsaa magaalaa matahaaratiif ijaarsaa hojii lakkoofsa adda bittaa WBMM/SCB/-001/2019 kennameef mana barnoota sadarka Iffaa ifa
Deadline 2026-11-14 · Waajjira Bu/Magaalaa Matahaaraa · Oromia
Building Construction — -
Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Waajjira Maallaqaa Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnootti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Malkaa Gafarsaa Baargamoo Naan-noo Zoonii Anfoo Guddinaa iddoo addaa Anfoo gibbii /Manni barumsaa bu'uura boruu ijaaramaa jirutti argamu caal-baa
Deadline 2026-11-06 · Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnootti Waajjira Maallaqaa Aanaa Malkaa Gafarsaa · Oromia
Other Sales — -
Mana Murtii Olaanaa Magaalaa Maayaatti Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Awwadaay bara baajataa 2019 keessa caalbaasii ifaa baasee Meeshaalee Dhabbataa,Meeshaalee Barruu, meeshaalee dhumataa Biiroo Keessaa, Meeshaalee Qulqullinaa fi Uffata Seeraa Biiroo k
Deadline 2026-11-09 · Mana Murtii Olaanaa Maagaalaa Maayaatti Mana · Oromia
Stationery — -
Oromiyaa Lixaatti Waajjirri Karooraa fi Maallaqa Aanaa Jimmaa Arjoo Daandii Baadiyyaa Aanicha keessatti argamu hojjechiisuuf Kiraa Maashinaa Doozera, Gireedera, Loader, Roller fi Sino Truck, shower Truck Baajeta Kaappitaala Aanaa fi Fandii Daandiin hojii
Deadline 2026-11-18 · Oromiyaa Lixaatti Waajjirri Karooraa fi Maallaga Aanaa Jimmaa Arioo · Oromia
Others — -
Oromiyaa Lixaatti Waajjirri Karooraa fi Maallaqaa Aanaa Jimmaa Arjoo ijaarsa Wiirtuu Kenniinsa Tajaajila Iddoo Tokkoo Magaalaa Arjoo Ganda 02 Mooraa Waajjira Bulchiinsaa keessatti ijaarsisuuf beeksisa caal-baasii Ifaan dorgomsiisee hojjechiisuu barbaada.
Deadline 2026-11-18 · Godina Wallagga Bahaatti Waajjira Maallaqaa Aanaa Jimmaa Arjoo · Oromia
Building Construction — -
Godina Shawaa Kaabaa Bul/Mag/Fiicheetti W/Maallaqaa bara bajataa 2019tti:- Bittaa kiraa meeshaalee adda adda qophii adda addaatiif oolu caalbaasii ifaatiin dhiyeessitoo- ta dorgomsiisee seektaroota magaalaatiif kireeffachuu barbaada
Deadline 2026-11-06 · Waajjirri Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Fiichee · Oromia
Others —
Get new tenders in your inbox
Subscribe and QELAL emails you new tenders and deadline reminders. Free, unsubscribe anytime.